Mana Hidhaa Guddicha Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaatti Argamutti Hanqinna Nyaataa Mudateen Lubbuun Namootaa Darbaa Jiraachuu Dhagahame. May 23, 2022 2:11 pm No Comments Read More »
Dura Taa’aan Koongiresii Federaalawaa Oromoo pro. Mararaa Gudiinaa, Mootummaan Duula Waraaqsa Bilisummaa Oromoo Balleessuuf Taasisu, Sirnnoota Mootummaa 4’n Kan Hin Milkoofne Ta’uu Himan. May 23, 2022 1:55 pm No Comments Read More »
Itoophiyaatti Birriin Biiliyoona 49 Ijaarsa Masaraa Haaraaf Oolfamuun Mataa Dubbii Ta’e. May 22, 2022 9:11 am No Comments Read More »
Ajjeechaa Dubartii Ulfaafi Abbaa Manaa Ishee Humnootni Mootummaa Raawwatan hordofuun, Dhiittaan Mirga Namoomaa Raawwataman Akka Qoratamu OLLAA’n Gaafate. May 21, 2022 7:57 am No Comments Read More »
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti Waraanni Mootummaa Ummata Nagayaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliin Hidhata Qabdan Jachuun Hidhaa fi Reebaa jiraachuun Dhagahame. May 20, 2022 2:51 pm No Comments Read More »
Manni Murtii Walii Galaa Dhaddacha Ijibbaataa, Abbaan Alangaa Federaalaa Dhimma Jiraachuuf Dhabuu Amaanu’eel Ijjiguu Margaa Qulqulleessee Akka Dhiyeessu Ajaje. May 20, 2022 2:33 pm No Comments Read More »
Gareen Kashalabbootaa Baaldiraasiin Ijaaraman Manneetii Barnootaa Afaan Oromoo Magaalaa Finfinnee Keessatti Hokkara Kaasuun Barame. May 19, 2022 6:15 pm No Comments Read More »
Godina Addaa Naannawa Finfinnee Aanaa Sulultaa Magaalaa kanteerii keessatti waraana cimaa Humnoota Mootuummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo jidduutti dhalateen WBO’n injifannoo argadhe jedhe. May 19, 2022 5:49 pm No Comments Read More »
Ajjeechaan Qaamolee Mootummaatiin Raawwatamu Shawaa Lixaafi Godina Matakkal keessatti Guyyaarraa Itti Fufee Jiraachuu Maddeen Gabaasan. May 18, 2022 4:50 pm No Comments Read More »
Sarbama Mirgoota Namoomaa Guddaa Itoophiyaa Keessatti Raawwatamaa Jiru Xiyyeeffannoo Guddaa Argachuu Qaba Jedhuun Ligiin Mirga Namooma Gaanfa Afrika Beeksise. May 17, 2022 4:38 pm 1 Comment Read More »