Talaallii Bilisaa kovid-19 Namoota Umrii Waggaa 5 fi Achii Oliitiif

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Namoonni naannawa kutaa bulchiinsa magaalaa Miniyaappoolis jiraattan, guyyaa hardhaa Waxabajjii 3,2024 sa`aatii 2pm irraa jalqabee hanga 4:30 pm tti, sagantaan talaallii bilisaan kennuu waan jiruuf carraa kanatti fayyadamaa. iddoon sagantaan kun itti gaggeeffamaa jiru giddu gala Tajaajila Kooriyaati.

Teessoon:- Korean Service Center, 1st floor Dining room (Cedar Ave S,Minneapolis,MN 55454)

Odeeffannoo dabalataatiif 952-378-6783 tti bilbiluu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu