ADEM ABDELA ADEM April 6, 2022 at 8:10 pm Waan bareeda dalagutti jirtanii jabaadhaa. Oromoon humni isaa guddaan tokko kan inni itti fayyadamutti hin jirre hedduma isaati. Osoo akka heddummina isaatiin miidiyaa roga garagaraa irratti hojjatu hedduu qabaatee qaaxa galma isaa gahe. Ammaas haa orraatu malee aduun hin dhiine. Miidiyaa roga hundaan heddummeeyfannee sossohuudha qabna. Isin fayyaa dayaa. Jabaadhaa itti fufaa.
OROMIA11: OSU Oromo Night “to Where Your Heart is”(Lafa Oneen Jiru) drama Read More » May 13, 2025 No Comments
1 thought on “OROMIA11: ODUU 4-6-2022”
Waan bareeda dalagutti jirtanii jabaadhaa. Oromoon humni isaa guddaan tokko kan inni itti fayyadamutti hin jirre hedduma isaati. Osoo akka heddummina isaatiin miidiyaa roga garagaraa irratti hojjatu hedduu qabaatee qaaxa galma isaa gahe.
Ammaas haa orraatu malee aduun hin dhiine. Miidiyaa roga hundaan heddummeeyfannee sossohuudha qabna.
Isin fayyaa dayaa. Jabaadhaa itti fufaa.
Comments are closed.