Muddee 6, 2023tti carraaleen bilisaa talaallii Kovid-19 kennuu adeemsifamaa jiran. Hawaasni keenya kanniin jiraattota kutaa bulchiinsa Minisootaa taatanii fi carraa talaallii bilisaa fudhachuu barbaaddan dhaabbilee armaan gaditti tarreeffaman keessaa kan barbaaddan filachuudhaan itti fayyadamaa.Dhaabbileen akka qubsuma hawaasa Somaalii fi kanniin birootis talaallii bilisaa kennaa jiran.
Namoonni talaallii bilisaa fudhachuu barbaaddan hundi keessanuu carraalee kanniinitti fayyadamuu akka hin daganne.
Talaalliin Bilisaa Eessa Fa`atti Kennama Jira?
Talaalliiwwan bilisaa Kovid-19 iddoowwan gara garaatti kennamaa jiran. iddoowwan kanniin keessaa muraasa suuraawwan armaan gadii kanniin irraa argachuu ni dandeettan.
Namoonni dhimma akkaataa carraa dhukkuba hamaan hubamuu hirdhisuuf leenjii kennamu fudhachuu barbaaddan immoo liinkii https://tinyurl.com/6rba3xnz irratti galmaahuu ni dandeettan,