Sagantaa Sochii Qaamaa Aadaa Manguddootaaf

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Manguddummaan dhalootaa fi uumama ta`us, rakkinnoonni umrii manguddummaa wajjiin wal qabatanii namatti dhufan garuu,waan yoo xiyyeffannaan irratti hojjatame hambisuun danda`amu.manguddummaa fayya qabeessa qabaachuudhaaf sochiin qaamaa barbaachisaa ta`uu isaa ogeeyyonni fayyaa gorsu. dhimmuma kana irratti xiyyeeffachuudhaan kutaan bulchiinsa magaalaa Ramsey fi Dippaartimantiin Fayyaa Minisootaa waliin ta`uudhaan sagantaa sochii qaamaa aadaa manguddootaaf tahu qopheessaa jiran.

Guyyaa Muddee 10,2023tti galma Laabrarii bulchiinsa magaalaa Raamseetti sa`aatii 1:30pm irraa kaasee hanga sa`aatii 4:30pm tti sagantaan sochii qaamaa manguddootaa fi barnoota manguddummaan wal qabatu. akkasumas dhimma nyaata aadaa manguddootaan wal qabatuu irratti barnoonni ogeeyyota fayyaatiin ni kennama.dabalataanis qorannoon dhiibbaa dhiigaa bilisaa manguddootaaf kan kennamu ta`a. Teessoon 3025 Southlawn Dr,Maplewood,MN,55109 dha.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu