Carraa Talaallii Bilisaa Jiraattota Minisootaatiif

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Namoonni carraa talaallii Kovid-19 bilisaatti fayyadamuu barbaaddan,carraan kun akka isin hin dabarre daddafaa itti fayyadamaa. waldaan ogeeyyota fayyaa Oromoo(IOHPA) giddu gala bunaa Rafiiqiitti talaallii bilisaa kana Muddee 4,2023tti sa`aatii 12pm irraa kaasee hanga 4:00pm tti kan kennu ta`a.

Talaalliin kun daa`imman umrii waggaa 5 fi achii oliitiif qofa kennama. teessoon 540 Fairview Ave N,unit 101,St Paul,MN,55104 yoo tahu, odeeyfannoo dabalataatiif 651-330-4794 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeettan.

Eeyyeen ji`a Muddee kana keessa talaalliiwwan bilisaa gara garaattu kennamaa jira. suuraa armaan gaditti maxxanfamee jiru irraa odeeyfannoowwan adda addaa argachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu