Talaallii Bilisaa Fudhachuu Eenyutu Jibba?

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Eeyyeen namni fayyaa ofiititti garaa jabaatu hin jiru. talaallii dhibee kovid-19 irraa isa ittisuuf bilisaan isaaf kennamu carraa argannaan itti fayyadamuu hin jibbu.Dhaabbanni qubsuma hawaasa Somaalii guyyaa Kibxata irraa hanga Kamisaatti argaman hundatti tajaajila talaallii bilisaa kennaa jira. isinis carraa kanatti fayyadamaa.

  • Talaalliin kun ganama sa`aatii 9:00AM irraa jalqabee hanga waaree booda sa`aatii 3:00PM tti kennama.
  • Iddoon Talaalliin kun itti kennamu 2115 Stevens Ave,Minneapolis,MN 55404
  • Karaa online tiin galmaahuuf shieldt3portal.pointclick.com tiin galmaahuu ni dandeettan.
  • Talaalliin kun namoota hundaafuu bilisa yoo tahu,
  • Qorannoo Talaallii kanaatiif yeroo dhuftan sa`aatii 1 dursitanii naachuu,dhuguu fi Tamboo xuuxuu dhaabuun ni gorfama.

Odeeyfannoo dabalataatiif Lakkoofsa 612-353-6380 ykn email mpls@somalcrs.org tiin argachuu ni dandeettan.

Fayyaan Faaya!!

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu