Talaallii Bilisaa fi Kennaa Addaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Namoonni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa jiraattanii fi naannawa magaalaa Columbia Height dhihaattan,Sadaasa 30,2023tti carraan talaallii bilisaa fi kennaawwan qabeenya adda addaa waan jiruuf sagantaa kana irratti hirmaachuun qooda fudhadhaa.

Displaying 11-30 Columbia Heights Vax Event - HACER.png

Sagantaa guyyaa kana gaggeeffamu irratti hirmaachuu namoonni barbaaddan karaa

https://my.primary.health/r/ccc_hacer tiin dursitanii galmaahuu ni dandeettan. galmaahuu dhiisuudhaan gaafuma guyyaa sanitti qaamaan argamuunis mirga keessan. Teessoon 1440 49th Ave.NE Columbia Heights,MN,55421 tti yoo ta`u, sagantaan kun sa`aatii 5pm-8pm tti kan gaggeeffamu ta`a. odeeffannoo dabalataa yoo barbaaddan immoo 651-304-6145 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

1 thought on “Talaallii Bilisaa fi Kennaa Addaa”

Comments are closed.

Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu