Namoonni Daa`imman Qabdan Of Eegannoo Godhaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Juusiin muduraa maqaan isaa “WanaBana apple cinnamon fruit puree” jedhamu daa`imman irratti miidhaa hamaa dhaqqabsiisaa jiraachuun isaa erga beekkamee booda, Sadaasa 3,2023 irraa kaasee akka gabaa keessatti hin gurguramne Bulchiinsi nyaataa fi qoricha Ameerikaa murteessee jira.

Mallattooleen Miidhaa Yeroo Gabaabaa Juusiin Kun Fiduu Maal Fa`a?

  • Dhukkubbii Mataa
  • Dhukkubbii garaa
  • Garaa kaasaa fi
  • Hir’ina dhiigaati

Mallattooleen Miidhaa Yeroo Dheeraa Hoo Maal Fa`a?

  • Aarii Baay`achuu
  • Dantaa(Dhimma) Dhabiinsa.
  • Dhukkubbii maashaa y
  • Darbee darbee garaa keessa nama jeequu.
  • Gogiinsa garaa
  • Xiyyeeffachuuf rakkachuu
  • Dhukkubbii Mataa
  • Ulfaatinni Qaamaa Hirdhachuudha.

Furmaanni Maal?

Ammaan tanatti furmaanni jiru, namoonni mallattoolee armaan olii kanniin daa`imman keessan irratti argitan hundi,hatattamaan doktora keessanitti bilbiluun mari`achiisaa yookiin gara iddoo yaala hatattamaatti geessuun laalchisaa.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu