kovid Dheeraa fi Mallattoolee Isaa.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Dhukkubni Kovid dheeraa rakkoo fayyaa dhukkuba Kovid-19 erga qabamanii as torbaanota afurii fi achii ol booda mallattooleen dhukkuba Kovid nama irra turuudha. namoonni hedduun mallattoon kun isaan wajjiin turuu danda`a. yeroo tokko tokko immoo mallattoon dhibee kanaa nama irra turuudhaan jireenya idilee nama jalaa balleessuu danda`a. haalli kovid-19 dheeraa kun maqaalee akka long-haul COVID, chronic COVID, post-acute COVID, or post-acute sequelae of COVID-19 (PASC) jedhamuun beekkama.

Mallattooleen Kovid-19 Dheeraa Maal Fa`a?

  • Hafuura baafachuuf rakkachuu ykn hafuura kutuu.
  • Dadhabbii jireenya idilee nama harkaa balleessu.
  • Yaaduuf, xiyyeeffachuuf ykn yaadachuuf rakkachuu.
  • Qufaa
  • Rakkoo hirribaa
  • Mataa dhukkubbii
  • Dhaqna gubaa
  • Dhiphina yookiin dhukkubbii qomaa.
  • Mataa nama garagalchuu.
  • Dhukkubbii lafee ykn maashaa.
  • Mataa bowwaafannaa
  • Dhukkubbii garaachaa.
  • Garaa kaasaa.

  • Rakkoo gogaa kanniin akka rifeensi buqqa`uu.
  • Jijjiirama miiraa, dhiphina ykn yaaddoo dabalatee.
  • Jijjiirama miira fuunfannaa ykn dhandhamaa.
  • Marsaan laguu jijjiiramuu.
Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu