Beeksisa Walgahii Hawaasaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram
Facebook
Twitter
LinkedIn

Hawaasni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa jiraattan wal gahii dhimma maatii fi ijoollee Afrikaa Ameerikaa keessatti jedhu irratti mari`atamuuf deemu kana irratti qooda fudhachuu hin dagatinaa. walgahii kana irratti dhimmi mari`tamuuf deemu dhiibbaan manniin barnootaa keessatti barattoota irra gahu maal?, Maatiiwwan Afrikaa manniin barnootaa keessatti akkamiin qooda fudhachuu dandahan, karaan gaariin ijoollee Afrikaa barnoota irratti akka milkaa`an ittiin gargaarru maal waan jedhuu fi kanniin birooti.

Sagantaa walgahii Onkoloolessa 21,2023tti kutaa bulchiinsa magaalaa Brooklyn Park tti gaggeeffamu kana irratti qooda fudhachuu yoo barbaaddan iddoon sagantaan itti gaggeeffamu Mana Kitaabaa (Library) Brooklyn Park Library(Mississippi River Room) 8500 W Broadway,Brooklyn Park,MN,55445 tti yoo tahu, sagantaa kana irratti affeerraan laaqanaa fi taphoonni gara garaa ijoolleef kan qopheeffaman ta`u. Odeeyfannoo dabalataatiif Lakkoofsa bilbilaa 612-380-2945 irratti bilbiluun ykn email asasikumar@acerinc.org gaafachuu ni dandeettu.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram

1 thought on “Beeksisa Walgahii Hawaasaa”

Comments are closed.

LATEST POST

Contact us

All Rights Reserved to Oromia11 Copyright © 2022 

Website designed by Fuad Siraj

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu