Carraan Kun Akka Isin Hin Dabarre

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Akkuma beekkamu hawaasni addunyaa vaayirasii Kovid-19 tiin rakkachuu fi lubbuun akka baalaatti harca`uu erga jalqabee bubbulee jira. yeroo dhihoo as talaalliin dhibee kanaa argamee hawaasni addunyaa itti fayyadamaa jiraatus jechuudha.Talaalliin sadarkaa addunyaatti kennamaa jiru kun ammas kennamuu isaa akkuma itti fufetti jira. sababni isaatis dhibeen kun akka barbadaa ibiddaa daaraa jala dibamuutti dibame malee guutuub guututti hin dhaamne waan ta`eef. hawaasni keenya ammas haala addaatiin dhibee kanaaf xiyyeeffannaa kennuu fi talaallii keessan fudhachuu hin dagatinaa.

Namoonni talaallii bilisaa guyyaa hardhaa Fulbaana 23,2023tti fudhachuu barbaaddan, carraa kanatti fayyadamaa. talaalliin bilisaa kun guyyaa sa`aatii 12pm irraa kaasee hanga 4:00pm tti teessoo 7200 Brooklyn Blvd,Brooklyn Center,MN 55429 tti kan kennamu yoo ta`u, waaree booda sa`tii 6:30pm irraa kaasee hanga sa`aatii 9:30 pm tti immoo Giddu gala Seenaa Minisootaa 345 W Kellogg Blvd,St Paul,MN,55102 tti argamutti kennama.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu