Talaallii Kovid-19 Fudhadhaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Hawaasni keenya kanniin jiraattota kutaa bulchiinsa Minisootaa taatanii fi carraa talaallii bilisaa fudhachuu barbaaddan dhaabbilee armaan gaditti tarreeffaman keessaa kan barbaaddan filachuudhaan itti fayyadamaa.Dhaabbileen akka qubsuma hawaasa Somaalii fi kanniin birootis talaallii bilisaa kennaa jiran.

Namoonni yeroo dhabdanii yookiin immoo konkolaataa keessa buutanii qoramuun isin ceem`isiise,konkolaatama keessan keessa teettanii qoratamuu ni dandeessu waan ta`eef gara keenya dhufuu ni dandeettu jechuun kan isin yaamaa jiru immoo gara dhaabbata tola ooltummaa walta`iinsaa hawaasa Moongii fi Ameerikaa dhaquu ni dandeettu.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu