Beeksisa Talaallii Bilisaa Daa`imman Qaama Miidhamtootaaf.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Jiraattonni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa jiraattanii fi carraa talaallii bilisaatti fayyadamuu barbaaddan hundi,carraan kun akka isin jala hin dabarre. guyyaa Fulbaana 18,2023tti Hugo Primary Care Clinic, kan 14701 Victor Hugo Blvd.N.Hugo,MN, 55038titti argamutti sagantaan talaallii bilisaa kennuu waan gaggeeffamuuf akka irraa fayyadamtan isiniif dhaamna.

sagantaa talaallii bilisaa daa`immanii fi ijoollee qaama miidhamtootaaf kennamu kana Ogeeyyota Hospitaala Daa`immanii Minnesotaa,Waldaa Ootizimii Minisootaa fi Neetworkii Gocha Aadaa Ootizimii Hedduuttu waliin ta`uudhaan qindeessaa jira. namoonni sagantaa kana irratti argamuu barbaaddan baallama qabachuun hedduu kan gorfamu taha.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu