Hiriyyoottan Keessan Talaallii Kovid-19 Fudhatanii Akka Badhaafaman Gargaaraa.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Dhibeen Kovid-19 dhibee hawaasa addunyaa kanaa miidhaa jiru ta`uun isaa nama hunda jalaa waan dhokatuu miti. dhibeen kun waan hawaasni guutuun wal gargaaruun of irraa balleessu malee kophaa qofa waan danda`amuu miti. kanaaf jecha yeroo oduun talaallii bilisaa dhagahamutti waliif qooduun wanti barbaachisuuf. waldaan Islaamaa Ameerikaa Kaabaa (IANA) tis tajaajila talaallii bilisaa kennaa jira.

Displaying IANA 6.9 Vaccine Clinic and Mobile Health Clinic (English) .jpg

Waxabajjii 9,2023 sa`aatii 2-6pm tti waldaan Islaamaa Ameerikaa Kaabaa (IANA) sagantaa Talaallii Bilisaa hawaasaaf kennaa waan jiruuf carraan kun akka isin jala hin dabarre.talaallii fi badhaasni doolaara $50 bilisaa kun kan itti gaggeeffamu giddu gala islaamaa Al Ihsan kan 955 W Minnehaha Ave Saint Paul,MN,55104 tti argamu keessatti taha. namoonni odeeyfannoo dabalataa barbaaddan immoo 612-874-0665 irratti bilbiltanii argachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

OROMIA11: Oduu 3-31-2025

1- Sirni kabaja Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1,446ffaan.

2- Hawaasa Karrayyuutiif deeggarsi hatantamaa barbaachisa ja’amee.

3- Itoophiyaatti baatii Guraadhala keessa namoota 1200 ol dhibee Gifiraan qabamuu ibsame.

4- Sababa “Firaankoo Vaalutaan haqameef” konkolaattonni fe’umsaa 140 buufata gogaa Samaraatti

5- Kirkira lafaa cimaa Maayinaamar mudateen namoonni du’an 1,700 gahuun ibsame

6- Somaalilaand yaada mootummaan Somaaliyaa buufata doonii Barbaraa Ameerikaan qofaatti akka to’attuuf dhiyeessitee kufaa taasifte.

7- Paayileetii Yuukireen Sudaan Kibbaatti rasaasaan haleelamuun xiyyaara haala ajaa’ibaan qubachiise.

8- Kilaboonni Geeba FA Walakkaa xumuraaf darban Adda bahaanii jiru.

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu