Waan Barbaaddan Bitataa Talaallii Kovid-19 Fudhadhaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Jiraattonni kutaa bulchiinsa magaalaa Brooklyn Center. keessa jiraattan, guyyaa hardhaa Adoolessa 27,2023tti sagantaan talaallii bilisaa kennuu iddoo daldala qotee bultoota Brooklyn Center tti waan gaggeeffamaa jiruuf akka isin hin dabarre.

Displaying IWL July 27th.png

Namoonni sagantaa talaallii bilisaa fudhachuuf dhuftan immoo,achumaan gara giddu gala gabaa qotee bultootaatti goruudhaan kuduraalee fi muduraalee gara garaa bitachuudhaan gara mana keessanii deebi`aa. sagantaa talaallii bilisaa kana irratti wantoota akka meeshaa qorannoo Kovid-19 bilisaan argachuu dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu