Carraa Talaallii Jiraattota Minisootaatiif

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Namoonni Carraa talaallii Kovid-19 bilisaa fi badhaasa doolaara $50tti fayyadamuu barbaaddan,carraan kun akka isin hin dabarre. dhaabbileen fayyaa fi amantii gara garaa wajjiin ta`uudhaan sagantaa talaallii bilisaa kana kennuu irratti waan argamaniif itti dhihaadhaa.

Displaying July 15 Community Vax at Wilder REFA.png

Sagantaan kun Adoolessa 15,2023tti ganama sa`aatii 10:00Am irraa jalqabee hanga sa`aatii 4:00pm tti tura. teessoon Amherst H.Wilder 451 Lexington Parkway North St Paul MN, 55104.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu