Carraa Talaallii Bilisaatti Fayyadamaa!!

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Minisootaa naannawa waldaa baqattoota qubachiisuu hawaasa Somaalii jiraattan hundi,waldaan kun guyyaa Waxabajjii 23,2023tti carraa talaallii kovid-19 badhaasa doolaara $50 qabu wajjiin jirattota naannootiif kennaa waan jiruuf, irraa fayyadamuu akka hin irraanfanne.

Teessoon, 210 Lyndale Avenue S Suite W Faribault,MN,55021 yoo ta`u, talaalliin sa`aatii 12pm irraa jalqabee hanga 4pm tti kennama. gosti talaallii Baayivaalent jedhamu kun daa`imman umrii ji`a 6 ta`an irraa jalqabee kan kennamu taha.

Haaluma walfakkaatuun giddu galli hawaasa Central Hillside jedhamus guyyaa Waxabajjii 18,2023tti sagantaa talaallii bilisaa fi badhaasa doolaara 50 qabu hawaasaaf kan kennu taha.

Teessoon, 12 East 4th Street,Duluth,MN yoo ta`u, sagantaan talaallii kennuu kan jalqabu immoo sa`aatii 12pm-4pm ti.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu