Carraan Talaallii Kovid-19 Kan Bilisaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Minisootaa keessatti talaallii bilisaa fudhachuun akkuma itti fufetti jira. haaluma kanaan waldaaleen, dhaabbilee fi buufataaleen fayyaa gara garaa tajaajila bilisaa kennaa jiran. buufataaleen asii gaditti argitanis ammaan tana hawaasa isaaniitiif carraa bilisaan talaallii kennuu irratti argaman.

Dabalaataanis masjidni Umaris Talaallii kovid-19 namoota fudhataniif badhaasa $50 qopheessuun badhaasaa waan jiruuf, fayyaa keessanis eeggataa badhaasa keessaniinis bashannanaa isiniin jenna.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu