Beeksisa Talaallii Bilisaa Kovid-19

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Jiraattonni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa jiraattanii fi carraa talaallii bilisaa fudhachuutti fayyadamuu barbaaddan hundi carraan talaallii bilisaa kun akka isin hin dabarre jechuun Dhaabbanni qubsuma hawaasa Somaalii dubbata.

Wantoota Beekuu Qabdan

  1. Talaalliin Kun Kan Kennamu Guyyaa hunda Wixataa irraa jalqabee hanga Guyyaa Kamisaatti.
  2. Talaalliin Kun kan kennamu ganama sa`aatii 9am irraa hanga 3:00pm ti
  3. Dursitanii online irratti galmaahuu qabdan
  4. sagantaan talaallii kun nama hundaafuu banaadha
  5. Waraqaa eenyummaa fi lakkoofsa bilbilaa keessan muldisuu hin dagatinaa.
  6. Yeroo gara talaallii dhuftan daqiiqaa 60(sa`aatii 1) dursitanii akka hin dhugne,hin nyaatne yookiin tamboo hin aarsine
  7. Teessoon 2115 Stevens Ave, Minneapolis, MN 554404
Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu