Beeksisa Talaallii Bilisaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Jiraattonni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa jiraattan, talaalliin kovid-19 bilisaan kennamaa waan jiruuf akka isin hin dabarre. talaalliin gosa Faayizer dooziin 1ffaa fi 2ffaan daa`imman ji`a jaha guutanii fi achii oliif kennamaa jira. dabalataanis si`eessituun Faayizeris kennamaa jira.

Sagantaa talaallii kanaaf dursanii galmaahuu fi inshuraansiin kan hin barbaachifne yoo tahu, caamsaa 12 fi 26 tti sa`aatii 4:00pm irraa jalqabee hanga 6:00pm tti kennama. iddoon talaalliin kun itti kennamu immoo 5930 Brooklyn Blvd, Brooklyn Center tti kennama.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu