Carraan Talaallii Kovid-19 Kun AKka Isin Hin Dabarre

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Namoonni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa jiraattan hundi carraa talaallii bilisaa fi badhaasa doolaara $50 qabu, kan waldaan kiristaana Ortodoksi Tawaahidoo Minisootaa qopheesse irratti qooda fudhachuu akka hin daganne.

Waldaan kun ji`a Caamsaa 11,2023tti mooraa waldaa kanaa kan 2601 Minnehaha Avenue, Minneapolis MN, 55401tti argamu keessatti sa`aatii 2pm-6pm tti talaallii kana kan kennu ta`uu beeksisee jira. Namoonni Odeeyfannoo dabalataa argachuu barbaaddan immoo lakkoofsa bilbila waldichaa 612-251-1961 irratti bilbiluun argachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu