CARRAA TALAALLII BILISAA

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Dhibeen Kovid-19 ammas hawaasa addunyaa keessa tatamsa`uu isaa hin dhaabne. haa ta`u malee sodaan kaleessa ture sun sababa talaalliin dhibee kanaa argamee kennamaa jiruuf jecha hirdhatee jira.

Iddoo fi Guyyaa Talaalliin Ittio Kennamu.

Akkuma Suuraa irraa gubbaa kanatti argaa jirtanitti, namoonni magaalaa lakkuu (Twin Cities) keessa jiraattan carraa kanatti akka fayyadamtan isiniin jenna.

IDDOOWWAN DABALATAA EESSA FA`A?

Kutaa magaalaa Minisootaa keessa talaalliin iddoowwan heddutti kan kennamaa jiru yoo tahu, ammaan tanas guyyoota fuuldura keenyaa kanniinitti talaalliiwwan kennaman ni jiran. iddoo, gosa talaalliiwanii, umrii, sa`aatii fi odeeyfannoolee biroo hunda suuraa armaan gadii irraa argachuu ni dandeettu.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu