TALAALLII COVID-19 FI ULFA

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Talaalliin Kovid-19 namoota umrii ji`a 6 fi achii ol jiraniif kan kennamu yoo ta`u, namoota kanniin keessatti dubartoonni ulfaa fi kanniin harma hoosisan ni argamu.dabalataanis dubartoonni amma ulfaahuu fedhanii fi kanniin fuuldura ulfaahuuf karoora qabanis ni argamu.

Kovid-19 Wajjiin Wal Qabatee Wantootni Beekkamuu Qaban Maal Fa`a?

  • Talaalliin Kovid-19 dubartoota Ulfaatiif Akka Kennamu ni gorfama.
  • Talaalliin Kovid-19 Dubartii Ulfaa Irratti Maseenummaa hin fidu.
  • Dubartoonni Ulfaa Talaalliin Kovid-19 dhibee hamaa irraa akka isaan ittisuuf akka fudhataniif ni gorfama.
  • Talaalliin COVID-19 dubartootaa Ulfaa fi kanniin harma hoosisaniifis miidhaa hinqabu.
  • Talaalliin COVID-19 ittisa ni hora.
  • Yoo ulfa taatan, dhibee hamaa COVID-19 irraa akka isin eeguuf gargaaruuf talaallii fudhadhaa.
Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu