Talaallii Covid-19 Fudhachuu Barbaadduu?

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Hawaasni keenya kanniin kutaa magaalaa Minisootaa keessa qubattanii fi hanga ammaatti hiree talaallii covid-19 fudhachuu hin argatin, ammas yeroon isin jalaa hin dabarre. iddoowwan gara garaatti talaalliiwwan gosoota gara garaa kennamaati jiru waan ta`eef, ammas fudhachuu dandeettu.

Kutaa Magaalaa Brookln Park,Minnesota keessa namoonni qubattan, guyyaa boruu Onkoloolessa 8,2022tti sagantaan talaalliiwwan doozii 1ffaa.2ffaa fi si`eessituu waan kennamaniif carraan kun akka isin jala hin dabarre.

Daa`imman umrii ji`a 6-waggaa 5tti jiraniifis dooziin kennamu ni jira. dabalataanis Ijoollee Ijoollee umrii 5-11 jiraniifis dooziin barbaachisaan ni argama.

Namoonni talaallii kana fudhachuuf fedhii qabdan hundi carraa kanatti fayyadamuu ni dandeettu. talaallii kana fudhachuudhaaf galmaahuun isin irraa hin eeggamu.Namoonni daa`imman qabdan garuu dursitanii galmeessisuu akka hin daganne.

TALAALLIIWWAN KUNNIIN IDDOO BIROO EESSA FA`ATTI KENNAMAA JIRAN?

Talaalliiwwan gosoota gara garaa kutaa minisootaa iddoowwan heddutti bilisaan kennamaa jiru. iddoowwan kanniin keessaa muraasni isaanii kanniin armaan gadiiti.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu