Jiraattotni Minisoota Carraan Kun Akka Isin Hin Dabarre.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Sagantaa Guddicha walitti qabama Minnesootaa irratti Talaallii keessan fudhadhaa!

Kiliniika Talaallii Hawaasaa COVID-19 iddoo yaaroo Isteeta Minnestootaati (State fair) Talaallii keessan fudhadaa. $100 Fudhadhaa!

Talaalliiwwan COVID-19 tola, naga qabeessaa fi bu’a qabeessa ta’e gara sagantaa Waloo Isteeta Minnesootaatti dhufaa jiran!  

Talaallii kana fudhachuudhaaf beellamni, waraqaan eenyummaa fi wabiin (Inshuraansii) isin hin barbaachisu. 

Odeeyfannoo guutuu argachuudhaaf Liinkii armaan gadii kana tuqaa.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu