OROMIA 11. ODUU COVID-19

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
TALAALLII COVID-19 AMMUMA HAA FUDHANNUU

Vaayirasiin dhibee koroonaa addunyaa raasaa jiru, hardhas lubbuu nagahaa galaafachuu irraa boqonnaa fudhataa hin jiru. erga talaalliin dhibee kanaa argamee addunyaan boqonnaa xiqqoo ni argatti jedhamee abdatamee boodas, lubbuun miliyoonotatti lakkaa`aman guyyaa guyyaan harca`aa jira.

Akka qorannoowwan gara garaa agarsiisanitti, yeroo ammaa kana namoota talaallii fudhatanii fi kanniin si`eessituu (booster) fudhatanii jiran dabalatee namoota hedduu irratti vaayirasiin covid-19 muldhataa kan jiru yoo ta`u, lakkoofsi namoota qabamaa jiranii ammas akka haarayaatti ol ka`aa jiraachutu gabaafamaa jira.

Kanaafuu fayyaa keenya eeggachuudhaaf of eeggannoowwan ittisa vaayirasii dhibee kanaatiif godhamu hunda guuttachuun barbaachisaa akka ta`ee fi yeroon maaskii keenya ofirraa lafa keenyu ammas akka hin geenye ogeeyyonni fayyaa ni gorsu.

Talaallii Keenya Haa Fudhannu.

Fayyaa Keenya Haa Eeggannuu.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu