Sagantaa Fayyaa Hawaasaa Waggaa Waggaadhaan Gaggeeffamu

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Sagantaan hawaasaa kun sagantaa akkaan hawaasa tokkoof barbaachisu yoo tahu, dhimma fayyaa hawaasaa irratti hundaa`ee barnootnii fi qorannoowwan fayyaa bilisaa gara garaa ni kennamu. sagantaa kana irratti qorannooleen bilisaa kanniin akka qorannoo Kolestiroolii,Dhiibbaa dhiigaa, Dhibee Sukkaaraa, Fayyaa dubartootaa, Fayyaa amalaa,qorannoo sirna hargansuu,Fayyaa Onnee fi sagantaan sochii qaamaa ijoolleedhaaf ni jiraata.

Sagantaan kun Caamsaa 30,2024 sa`aatii 3:30 pm irraa kaasee hanga 7:30 pm tti, Lake George (1101 7th St S,St Cloud,MN 56301) tti kan gaggeeffamu taha. namoonni odeeffannoo dabalataa gaafachuu barbaaddan immoo Saharla.diriye@cairomn.org yookiin 320-281-3232 dhaan qunnamuun gaafachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

OROMIA11: Oduu 3-31-2025

1- Sirni kabaja Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1,446ffaan.

2- Hawaasa Karrayyuutiif deeggarsi hatantamaa barbaachisa ja’amee.

3- Itoophiyaatti baatii Guraadhala keessa namoota 1200 ol dhibee Gifiraan qabamuu ibsame.

4- Sababa “Firaankoo Vaalutaan haqameef” konkolaattonni fe’umsaa 140 buufata gogaa Samaraatti

5- Kirkira lafaa cimaa Maayinaamar mudateen namoonni du’an 1,700 gahuun ibsame

6- Somaalilaand yaada mootummaan Somaaliyaa buufata doonii Barbaraa Ameerikaan qofaatti akka to’attuuf dhiyeessitee kufaa taasifte.

7- Paayileetii Yuukireen Sudaan Kibbaatti rasaasaan haleelamuun xiyyaara haala ajaa’ibaan qubachiise.

8- Kilaboonni Geeba FA Walakkaa xumuraaf darban Adda bahaanii jiru.

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu