Talaallii Bilisaa Namoota Fudhachuu Barbaaddan Hundaaf

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Guyyaa hardhaa Ebla 26,2024 waaree booda sa`aatii 3pm irraa kaasee hanga sa`aatii 5pm tti, magaalaa Brooklyn Center tti talaalliin kovid-19 bilisaan waan kennamuuf,carraa kanatti fayyadamuu akka hin daganne.

Sagantaa kana irratti gosoonni talaallii Moderna fi Pfizer waan kennamaniif koottaatii fudhadhaa. Teessoon, 5930 Brooklyn BLVD,Brooklyn Center dha. odeeyfannoo talaallii kanaan wal qabatu yoo qabaattaniif immoo 612-449-2312 irratti bilbiltanii gaafachuu ykn odeeffachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu