Carraa Talaallii Bilisaa Kanatti Fayyadamaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Namoonni kutaa bulchiinsa magaalaa Saint Paul tti argamtanii fi carraa talaallii bilisaa fudhachuu barbaaddan, guyyaa hardhaa Ebla 17,2024 sa`aatii 5PM-7PM tti talaalliin Kovid-19 bilisaan waan kennamuuf itti fayyadamuu hin dagatinaa.

Gosti talaallii Faayizer jedhamu namoota umrii waggaa 12 fi achii ol jiraniif kan kennamu yoo tahu, Moodernaan immoo daa`imman umrii ji`a jaha irraa kaasee achii ol kanniin jiraniif kan kennamu ta`a. teessoon 10 75 Arcade St St.Paul MN 55106 dha.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu