Talaallii Bilisaa Fudhachuu Barbaannaan…

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Eeyyeen guyyoota fuuldura keenya kana jiranitti,carraan talaallii Kovid-19 bilisaan fudhachuu heddutu jiran.namoonni carraa kanatti fayyadamuu fedhii qabdanii fi Bloomington jiraattan, guyyaa boruu Ebla 13,2024tti giddu gala daldalaa Lammiilee Chaayinaa-Ameerikaatti deemuudhaan fudhachuu ni dandeettan. Teessoon 7901 12th Avenue S, Bloomington,MN, 55425 dha. talaalliin bilisaa kun guyyaa sanbata xiqqaa Sa`aatii 10am-2pm tti kan kennamu taha.

Haaluma wal fakkaatuun kutaan bulchiinsa magaalaa Brooklyn Centers sagantaa talaallii bilisaa kennuu guyyaa hardhaatii fi boruu ni keessummeessiti.talaalliin kun daaimman umrii ji`a jahaa fi achii oliitiif kan kennamu yoo tahu,talaalliin cinattis kennaawwan akka meeshaa qorannoo kofid manaa bilisaa fi qorannoowwan fayyaa bilisaa hedduun kan kennaman tahu.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu