Kabaja Ayyaana Iid Al Fixir Bara 2024 fi Of Eeggannoo Kovid-19

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Guyyaan ayyaana Iid Al Fixir bara 2024 tti kabajamu gahuudhaaf guyyoota muraasatu hafe.guyyaa kana akkuma barame, hordoftoonni amantii muslimaa idil addunyatti argaman walitti dhufuudhaan maatii,firoottan,ollaa fi hawaasa isaanii wajjiin ayyaanefachuun dabarsu. sababa ayyaanaatiif jecha lakkoofsi namoota iddoo tokkotti walitti qabamanii waan dabaluuf of eeggannoowwan fayyaadhaan wal qabatan akka godhamaniif ogeeyyonni fayyaa dubbatan.

Displaying Eid Safety. Oromo Flyer .png

Akkuma kanaan dura isinitti himaa turretti,guyyaa kabajni ayyaanaa jiruu fi maatii fi firoottan keessan walitti makamtan of eeggannoowwan armaan gadii godhuu hin irraanfatinaa.

  • Yoo dhukkubsatanii jiraattan mana keessan taa`utu gorfama.
  • Yoo mallattoolee dhibee Kovid-19 of irratti argitan yookiin nama dhibee kanaan qabamee jirutti siquu keessan shakkitan qorannoo taasisaa.
  • Talaallii Kovid-19 fudhattanii yoo hin jiraanneef,fudhadhaa.
  • Bakka namni itti heddummaatutti Maaskii kaayachuu hin dagatinaa.
  • Harka kessan yeroo yeroodhaan dhiqachuu hin dagatinaa.
Displaying Eid Safety. English Flyer .png
Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu