Talaallii Moodernaa Fi Badhaasa $100

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Jiraattonni kutaa bulchiinsa Minisootaa keessa qubattan carraan kun akka isin hin dabarre. Giddu Galli Tajaajilaa Kooriyaa sagantaa talaallii bilisaa fi badhaasa $100 waan qopheessee jiruuf itti fayyadamaa. Gurraandhala 23,2024 sa`aatii 2:00pm irraa kaasee hanga 5:00pm tti sagantaan kun jiddu gala kana keessatti waan kennamuuf itti dhihaadhaa.

Namoota talaallii Qufaa fudhataniif badhaasni kan hin jirre yoo ta`u, odeeyfannoo dabalataa argachuudhaaf 952-378-6783 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeettan. teessoon keenya 630 Cedar Ave.S,Minneapolis,MN,55454 dha.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu