Badhaasa Kennaa Kaardii $100 fi Talaallii Bilisaa Kovid-19

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Gurraandhala 13,2024 tti sagantaan talaallii Kovid-19 bilisaan kennuu kutaa bulchiinsa magaalaa Brooklyn Park,Minnesota tti waan kennamuuf,namoonni carraa bilisaa kanatti fayyadamuu barbaaddan sa`aatii booda 4:30pm- 7:30pm tti bataskaana River Life Church( 9000 101st Ave N,Brooklyn Park,MN 55445) tti argamuudhaan irraa fayyadamuu ni dandeettan.

Namoonni sagantaa kanatti fayyadamuu barbaaddan dursitanii karaa online tiin galmaahuu qabdan.akkasumas odeeyfannoowan dabalataa argachuudhaaf, lakkoofsa bilbilaa 651-304-6236 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu