Beeksisa Carraa Talaallii Bilisaa Kovid-19

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Gurraandhala 2,2024 waaree booda saaatii 2pm irraa jalqabee hanga saaatii 5pm tti Giddu gala Tajaajilaa Kooriyaatti sagantaan talaallii bilisaa Kovid-19 fi badhaasni doolaara $100 waan jiruuf carraa kanatti fayyadamaa. Teessoon 630 Cedar Ave.S,Minneapolis,MN,55454 yoo ta`u, galmaahuu fi odeeyfannoo dabalataa argachuudhaaf 952-378-6783 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeettan.

Akkasumas Gurraandhala,3,2024ttis carraan talaallii bilisaa fi badhaasa doolaara $100 kan biroo waan jiruuf itti fayyadamuu ni dandeettan.iddoon giddu gala gabaa waliigalaa Shanghai kan 640 Prior Ave N,Ste 100,Saint Paul,MN,55104 tti argamu yoo tau, sa`aatiin 2pm-5pm ti.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu