Talaallii Kovid-19 fi Qufaa Badhaasa Wajjiin Fudhaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Guyyaa hardhaa Ammajjii 27 fi guyyaa boruu Ammajjii 28,2024 tti sagantaan talaallii bilisaa kennuu waan jiruuf, carraa kanatti fayyadamuu akka hin daganne.

sagantaa talaallii bilisaa Kovid-19 fi qufaa guyyaa Ammajjii 27,2024tti sa`aatii 4:00pm-7:00pm tti kennamuuf,teessoon Burnsville Mall(1025 Burnsville Ctr,Burnsville,MN,55306) yoo tahu, odeeyfannoo dabalataatiif info@amamedia.org gaafachuu ni dandeettan.

sagantaa talaallii bilisaa guyyaa Ammajjii 28,2024tti kennamuuf immoo,teessoon keenya 10530 Troy Ln N,Maple Grove,MN,55311 dha. odeeyfannoo dabalataa immoo suuraa armaan gadii irraa argachuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu