Daa`imman Umrii 5-11 Jiran Talaalchisuun,Badhaasa $100 Fudhachuu Barbaaddanii?

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Eeyyeen namoonni daa`imman keessan talaalchisuun badhaasa fudhachuu barbaaddan,Ammajjii 27,2024 guyyaa sanbata xiqqaa sa`aatii 1:00pm-5:00pm jiddutti masjida Tawfiqitti argamuun carraa kanatti fayyadamuu ni dandeettan. sagantaa talaallii bilisaa Kovid-19 kana waldaan ogeeyyota fayyaa Oromoo Idil Addunyaa kan gaggeessu yoo tahu,masjidni Tawfik Islamic Center immoo qindeessuudhaan gargaara.

Teessoon 2400 Minnehaha Ave,Minneapolis,MN,55404 yoo ta`u, odeeyfannoo dabalataatiif immoo 612-874-0665 bilbiluudhaan gaafachuu ni dandeettan.

Fayyaan Faaya!!!

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu