Talaallii Tokkoof Badhaasa $100 Fudhachuu Barbaadduu?

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Eeyyeen namni fayyaa ofii eeggachuuf badhaasa fudhachuu jibbu hin jiru. akkuma beekkamu yeroo ammaa kana vaayirasiin Kovid-19 haarofti hawaasa keessa gar malee faffaca`aa waan jiruuf, of eeggannoowwan barbaachisan hundi akka godhamuu qaban ogeeyyonni fayyaa dubbataa jiran. haaluma walfakkaatuunis namoota talaallii vaayirasii kanaa fudhachuu barbaadaniifis badhaasni qophaahaa jira.

Ammajjii 19,2024tti waldaa hawaasa Somaaliitti sagantaan talaallii bilisaatii fi badhaasa kennuu waan gaggeefamuuf, namoonni carraa kanatti fayyadamuu barbaaddan akka isin hin dabarre. odeeffannoo dabalataatiif 612-353-6380 yookiin mpls@somalcrs.org qunnamuu ni dandeettan.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu