Qorannoo,Talaallii Bilisaa fi Badhaasa $100

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

Dhaabbanni tola ooltummaa SEWA-AIFW guyyaa Ammajjii 14,2024tti, ganama sa`aatii 11:00am – 2:00pm tti tajaajila qorannoo dhiibbaa dhiigaa bilisaa, tajaajila talaallii bilisaa dhibee qufaa fi Kovid-19 ni kenna. akkasumas gorsa dhimmoota fayyaatiin wal qabatan irratti ogeeyyonni fayyaa gargaarsa gorsaa gara garaa ni kennan.

Guyyaa kanatti gosti talaallii Moderna haaromfame fi gosti talaallii Pfizer haaromfames ni kennaman. meeshaalee qorannoo saffisaa Kovid-19 bilisaan ni argattan, saanitaayizeriin harkaa fi maaskiin bilisaatiis ni argamu. talaallii Kovid-19 fi talaallii qufaa bilisaan fudhachuudhaan badhaasa kennaa kaardii $100 tis badhaafamaa.

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu