Kilinika Fayyaa Hawaasaatti Talaalalamaa

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print

sagantaan jiraattota Minisootaa talaallii bilisaatiin tajaajiluu ammas akkuma itti fufetti jira. vaayirasiin kun ammas sababoota daguu fi kanniin birootiin ol ka`uun isaa himamaa jira.talaalliin dhibee kana ittisuuf kennamaa jirus itti fufeera. haaluma kanaan ji`a Ammajjii 06,13 fi 20, 2014 tti sagantaan talaallii bilisaa fi badhaasaa iddoowwan armaan gadii kanniinitti waan kennamuuf qooda irraa fudhachuun itti fayyadamaa.

Sagantaa talaallii Ammajjii 6,2024tti sa`aatii 1pm-4pm tti South Suburban Evangelican Church(12600 Johnny Cake Ridge Rd,Apple Valley,MN,55124) tti kennamu irratti namoonni shantamni dursanii galmaahan kaardii kennaa abbaa $100 kan badhaafaman taha.

sagantaan Ammajjii 13,2024tti gaggeeffamu immoo ganama sa`aatii 10am irraa kaasee hanga saafaya sa`aatii 4pm tti tura.bakki Southview Middle School Edina Cafeteria,Door #2 (4725 South view Ln,Edina,MN,5542) dha.

Sagantaa talaallii Ammajjii 20,2024tti sa`aatii 1pm-4pm tti kennamu immoo Legacy Adult Care Center(800 Boone Ave North,#150,Golden Valley,MN)

Facebook
Twitter
LinkedIn
Print
Picture of ABDULNAASIR TUFAA

ABDULNAASIR TUFAA

Economist, Journalist, poetry and Writer at Oromia 11.

LATEST POST

Contact us

Scroll to Top
Days :
Hours :
Minutes :
Seconds

Happy New year 2024

warra Baranaa kan bara hedduu